Romans 9:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani gadda gudda'aa fi laalaa hin lakkinne gadhaa kiyya keessaa qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lalefachaani tiyya waan guddo, d'ukubsachaani tiyyaleeni inhobaatu, maro gosa tiyya ta d'iigafi nafa kiyya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laaleffachaan tiyya waan guddoo, dhukkubsachaan tiyyalleen hin hobbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin sobu; sammuun kiyya ka Ayyaana Woyyu'uun masakkamullee, akka ani hin sobne naa raga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hin sobu; sammuun kiyya ka Ayyaana Woyyu'uun masakkamullee, akka ani hin sobne naa raga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaddi gudda'aa fi sarddaminni addaan hin cinne'llee, onnee tiyya keessa ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gadda gudda'aa fi laalaa hin lakkinne gadhaa kiyya keessaa qaba.