Romans 9:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami faara dhowu tokko, loobaa faaraa tokkochuma irraa, meya tokkocha ulfinnaaf, kaan woma te'eef akka te'u godhee dhowiisaaf baallii hin qabuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami eele suni d'au, akuma fed'u d'oqe tolcha, yo fed'e eele lama d'oqe tokooni mid'aasa, yo fed'e ta gati guddo yokhaani ta gati diqo mid'aasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii eelee sun dha'u, akkuma fedhu dhoqqee tolcha, yo fedhe eelee lama dhoqqee tokkoon midhaasa, yo fedhe ta gatii guddoo yokaan ta gatii diqqoo midhaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan ka faara huju dhoqqee kutaa tokko irraa meeshaa tokko ulfinnaaf, tokko ammo salphinnaaf dhoqqee huju irratti baallii hin qabuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yookiin ka faara huju dhoqqee kutaa tokko irraa meeshaa tokko ulfinnaaf, tokko ammoo salphinnaaf dhoqqee huju irratti baallii hin qabuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Faara hojjataan dhoqqee faaraa bifa tokko irraa meeshaa tokko ulfinnaaf, ka bira'aa ammoo tajaajila salpha'aaf akka oolu taasisee hojjachu'uuf, aangoo hin qabuu moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami faara dhowu tokko, loobaa faaraa tokkochuma irraa, meya tokkocha ulfinnaaf, kaan woma te'eef akka te'u godhee dhowiisaaf baallii hin qabuu?