Romans 9:23 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra ulfinna ifiitiif dursee qopheesse, ka akka marartiin isaa irratti mudhattu itti dhangalaaseefille, ulfinna ifii guddaa mudhisuu barbaade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni durooma guddinna ufi mullisu fed'e, ka eele ta inni nahufiti naqani, worra inni kurfeese aka guddinna ufi qooduufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii durooma guddinna ufii mullisuu fedhe, ka nama innii na'uufiti naqan, warra innii kurfeessee akka guddinna ufii qooduuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwate durssee ulfinnaaf ka isaan qopheesse, meeshaawwan dhiifamaatiif, baayi'inna ulfinna isaa muldhisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra ulfinna ifiitiif dursee qopheesse, ka akka marartiin isaa irratti mudhattu itti dhangalaaseefille, ulfinna ifii guddaa mudhisuu barbaade.