Romans 9:28 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan adoo hin turin ariifatee kolbaa biyya lafaa maratti hin mura” jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi Waaqi d'iotu lafa ch'ufa wollaala iti mure balleesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii akkanaatiif Waaqii dhi'oottuu lafa cufaa wallaala itti muree” jedhe iyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan dubbii ufii lafa irratti daddafee waan raawwatuuf jedhee, waan Israa'eliitiif hin iyya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan uduu hin turin dadafaan biyya lafaa irratti, murtii ni kenna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan adoo hin turin ariifatee kolbaa biyya lafaa maratti hin mura» jedheera.