Romans 9:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gosa tiyya ta hiddaa hidaada kiyya teeteef jedhee, Kiristoos irraa gargar bayee adoo abaarame hin jaaladha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro worraatiifi anini sila aka Waaqi na abaarre, Kristoni woli hanqannu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo warraatiif anin silaa akka Waaqii na abaarree, Kiristoon wali hanqannu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan worra fooniin gosa kiyya ta'anii, waan obboleeyyan tiyyaatiif, Kiristoosiin irraa fooyamee ani ka abaarame akka ta'u Rabbiin kadhata'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan worra fooniin gosa kiyya ta'anii, waan obbolewwan tiyyaatiif, Kiristoosiin irraa fooyamee ani ka abaarame akka ta'u Rabbiin kadhata'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee namoota fooniin worra kiyya ta'aniitiif jecha, ani Kristosiin irraa fooyamee abaarssi Waaqaa uduu narra gaayee, ni jaaladha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa tiyya ta hiddaa hidaada kiyya teeteef jedhee, Kiristoos irraa gargar bayee adoo abaarame hin jaaladha.