Romans 9:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Israa'eliin Seera balchummaa fidu hordofaa turte ammoo, seera muummessiisa waan hin dande'iniif balchummaa bira hin geenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Israeliini, ta Seera Waaqaatiini d'uga barbaadde d'uga inarganne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Israa'eli, ammoo ta seera Waaqaatiin dhugaa barbaadde dhugaa hinarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el ammo qajeellummaa seeraatitti bula'aa seera bira hin geenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Israa'el ammoo qajeellummaa seeraatitti bula'aati seera bira hin geenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu seera qulqullaawomnni argamisiisu Israa'eeloonni ni horddofan turan, seera raawwachuu dadhabuu isaaniitiin, gara qulqullaayomssaa hin geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eliin Seera balchummaa fidu hordofaa turte ammoo, seera muummessiisa waan hin dande'iniif balchummaa bira hin geenne.