Romans 9:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maaf bira hin geyin? Sababille isaan dhugeeffanna'aan adoo hin te'in, huji'iin balchummaa dhaggatiisaaf barbaadane. Isaan dhakaa gufachiisuun gufatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maafi akana? Maro waan tolchani d'ugefachaani intolchiini ammo hujiini tolchanifi. Tanaafi worri gufu d'akhaa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maaf akkana? Mar. roo waan tolchan dhugeeffachaan hintolchinee ammoo hujiin tolchaniif. Tanaaf warrii gufuu dhakaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el ammo seera qajeellumma'aa worri hordofan gara seeraa hin geenne. Kun maali'iif? Huji'iin malee, qajeellumma'aan amantii waan hin hordofneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Israa'el ammoo seera qajeellumma'aa worri hordofan gara seeraa hin geenne. Kun maali'iif? Huji'iin malee, qajeellumma'aan amantaa waan hin hordofneef. «Kunoo, dhagaa gufachiisu, sakaallaa dhagaa qarsa'aa Tsiyooniin keessa kaya, ka isatti amanu hin saalfatu» jedhamee akkuma barreefame dhagaa gufachiisuun gufatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waayee maali'iitiif gara qulqullaawoma hin gayin?» yoo jedhame, isaan qulqullmmaa argachu'uuf ka barbaadan amanti'iin uduu hin ta'in huji'iin waan ta'eef, kanaaf dhagaa gufanna'aatii ni gufatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maaf bira hin geyin? Sababille isaan dhugeeffanna'aan adoo hin te'in, huji'iin balchummaa dhaggatiisaaf barbaadane. Isaan dhakaa gufachiisuun gufatane.