Romans 9:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isiin sanyii abbootii teenna gugurdo'oo ti; Kiristoosille, akka namumma'aatitti gosa isi'ii keessaa dhalate; Waaqi waan mara bulchu, haga bara baraa leellifamu! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri d'aloota jaarole duriiti, Kristoleeni d'aloota gula gosa worraati. Waaqa ka waan ch'ufa fidu haga jiru ha guddisani! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warrii dhaloota jaarollee duriiti, Kiristoolleen dhaloota gula gosa warraati. Waaqaa waan cufaa fidu haga jiruu jireennaa ha guddisanii! Ee'e jenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonnillee ka isaanii waan ta'aniif isaan keessaa Kiristoos fooniin dhalate; Inni waa maraa ol ta'ee, bara baraan Waaqa eebbifama'a! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abboonnillee ka isaanii waan ta'eef isaan keessaa Kiristoos fooniin dhalate, Inni waa maraa ol ta'ee, bara baraan Waaqa eebbifama'a! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan dhaloota isaaniitiin abbootii gosaa irraa ka dhufan, Kristos'llee fooniin ka dhufe fiixaa isaanii irraayyi, inni ka maraayyuu oliiti, bara baraaf'llee Waaqa eebbifame, Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isiin sanyii abbootii teenna gugurdo'oo ti; Kiristoosille, akka namumma'aatitti gosa isi'ii keessaa dhalate; Waaqi waan mara bulchu, haga bara baraa leellifamu! Ameen.