Romans 9:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee jechi Waaqaa diigameera jechu'uu moti; kolbaan Israa'elii mara dhugumaan kolbaa Israa'eliitii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, kakhuuni Waaqa ya badde injed'u; wonti akanatiifi gochiti Israeli ch'ufti worra Waaqi fohateniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin, kakuun Waaqaa ya badde hinjedhu; wantii akkanaatiif gochitii Israa'eli cuftii warra Waaqii foohateeniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dubbiin Rabbii ka diiggamee miti; kunniin worri Israa'eliin irraa dhalatan maruu Israa'eloota waan hin taaneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dubbiin Rabbii ka diiggamee miti, kunniin worri Israa'eliin irraa dhalatan maruu Isiraa'eloota waan hin taaneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee dubbiin Waaqaa diigamee jira jechu'uu miti, fiixaan Israa'eelii marrinuu Israa'eeloota dhuga'aatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee jechi Waaqaa diigameera jechu'uu moti; kolbaan Israa'elii mara dhugumaan kolbaa Israa'eliitii moti.