Ruth 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Naomiini waan jette, Dubra tiyya, na gula iyyaaiina, dachaa; d'iirti d'ibiini garaati na inhamne ta isani fuutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nuhaamiin akkana isaaniin jette, «Ijoollee tiyya! yabo'oo deebi'aa'a; na woliin wonti deemuu barbaaddaniif maali'i? ammaa achillee ani ijoollee abbaa worraa isinii ta'an; waan dawuu danda'u isinitti fakkaataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naa'oom ammoo, «Durra tiyya, deebi'a'a, maaf na woliin deentan? Ani ilmaan dhibii ta isin dhaaltu gadhaa kiyya keessaa qaba seetanii?