Ruth 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dachaa, dubra tiyya, anini amma ya jaare hobae, nami na fuud'uleeni injiru. Yo sila dubbi jenne, herega d'iirsa argad'uuni qabaad'e halkanuma kana na fuud'ani ilmaani d'iira d'alelle,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya na biraa deebi'aa'a; akka hin heerumne jaareera; ani uduu abdii heerumee dawu'uu qabaadhee, edanuma heerumee uduu ijoollee dayeeyyuu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durra tiyya, deebi'a'a, karaa keessan qabadha'a, ani akka malee waan dulloomeef hin heerumu. Ani silaa yoo addii qabaadheeyyuu, edanumaayyuu heerumee, ilmaanille deye,