Ruth 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Naomi naani injed'ina, Mara jed'a na yaama. Woni akanatiifi Waaqi guddaani ya jireenna nati had'eese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin ammo «Waandhi maraa danda'u jireenna kiyya waan hadheesseef, ‹Maaraa › naan jedhaa malee ‹Nuhaamiin› jettanii na hin waaminaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin, «Naa'oom jettanee na hin waamina'a, Waaqi Waan Mara Dande'u jiruu tiyya waan natti hadheesseef, ‹Maaraa › naan jedha'a!