Ruth 1:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa duri armaa deeme waan ch'ufa qaba, ammo AABBO Waaqi ya duwa na galche. Maafi Naomi naani jettani, eegi AABBO Waaqi guddaani lafa na buuse gaargala natiini d'ufe?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa biyya kanaa bayu waan baay'ee qaba; amma ammo Rabbi duwwaa na deebise; Rabbiin maraa danda'u na salphisee waan na rakkiseef ‹Nuhaamiin› maaf naan jettan?» isaaniin jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guutuu asii baye, Mootiin Waan Maraa ammoo duwwaa deebisee na galche; eega Mootiin Waan Maraa na rakkisee, Waaqi Waan Mara Dande'u waan hantuu natti fidee, maaf, ‹Naa'oom› naan jettan?» jetteen.