Ruth 1:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasiini Naomifi Ruthiini, intalti ilma isii, ta gosa Moabu, lafa Moabu keesaa galani. Ka garbu haamu jirani dira Bethlehemutiini bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan Nuhaamiin intala ilma ufii Ruutiin woliin biyya Moo'aabiitii deebi'an; hennaan isaan deebi'an sun hennaa garbuun haamamuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Naa'oom niitii ilma ifii, ta gosa Mo'aabii, Ruuti woliin, biyya Mo'aabii irraa deebite. Isaan yennaa jalqaba haammaa garbu'uu qachaa Beeteelemii geyane.