Ruth 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lachu dubra gosa Moabu fuud'e; maqaani toko Orpa, taani maqaani Ruthi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isi'ii durba Moo'aaboota keessaa Oorfa'aa fi Ruutiin fuudhanii biyya san keessa haga woggaa kudhanii jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lamaanuu durra gosa Mo'aabii fuudhane; maqaan takka'aa Orpha'a, tuun ammoo Ruuti. Gara woggaa kudhanii achi le'aneeranuun,