Ruth 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Naomiini waan dubra lamaani suniini jette, Beena, worra keesaa d'allattaniti dachaa. AABBO Waaqi isanii nahinna, aka isani naafi worra duele naatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nuhaamiin, intallan ilmaan ufiitiin akkana jette; «Deemaa'a, gara mana haawwota teessaniititti deebi'aa'a; akkuma isin anaa fi ijoollee tiyya ta du'aniif waan mishaa gootan, akkasuma Rabbi waan mishaa isinii haa godhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naa'oom ammoo niitota ilmaan ifii lamaaniinuu, «Gara mana haadhotii teessanii deebi'a'a. Akkuma isin anaa fi worra isin irraa du'eef dansaa gootane, Mootiin Waan Maraa waan dansaa isinii godhu.