Ruth 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini worra d'ungannaani, worri iti bohe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana abbaa manaa keessan ka biraatitti Rabbi hara isin haa baafachiisu» jettee isaan dhungattee isaan biraa deemu'uuf taanaan isaan ammo laagaa ufii ol qabatanii booyan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokko tokkoon keessanuu deebitanee heerumtanee, bulii dansaa akka dhaggattanu Mootiin Waan Maraa isin qarqaaru» isaaniin jette. Achiin duuba isiin sunqattee nageya itti dhaante; isaan ammoo iyyanee bowanee,