Ruth 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini isaa saalfatte guddo gajette, Atini keessuma aka tiyya tana maafi naataafi? jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin kallachaan gad kuftee sagaddeefii «Ani nyaapha ta'ee akka waan kiyya yaaddu attamitti afoo keetitti gaachena argadhe?» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ruuti fuulaan lafatti gad jiddee, «Ani orma tokko yennaa te'u, ati akka naa yaadattu, fuula keeti duratti maaf fudhatama dhaggadhe?» isaan jette.