Ruth 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini waan kana taateefi AABBO Waaqi si eebisinna. AABBOONI, Waaqi Israeli, ka atini moona isaa d'eete, waan ch'ufa sii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan mishaa gooteef gatii kee sii haa kennu! Rabbi Waandhi Israa'elii ka ati na eega jettee abdatte gatii kee guddisee sii haa kennu!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii teetiif Mootiin Waan Maraa sii kaffalu. Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ka bobaa isaatitti dheette kaffaltii guutuu sii kaffalu» jedhe.