Ruth 2:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tuulale keesa luqisaafi, ha guurattuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qixiraa irraallee hambisa'aa kenna'aaf haa guurattuu hin tooyatina'aan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laddee keessalle'ee luqqisaa, akka isiin woxoo qocattu lakkisa'aaf, isii hin xixina'a» jedhe.