Ruth 2:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana gula haga d'ia aduti asi oobru keesa mid'aani guuratte d'aante jennaani garbu haga subba tokofa argatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maasaa keessaa haga galgalaa qaarmaa guurte; qaarmaa garbu'uu ka guurtellee tumtee haga kooboo sadihii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ruuti haga galgalaatitti fichaa keessaa woxoo qocatte. Achiin duuba woxoo qocatte san sukkuumattee garbuu gara kiiloo kudhanii te'e.