Ruth 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba fud'ate baate, gara dirati deebite, waan argatte haad'a garsiifte, hamba sagalele kenniteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii midhaan baadhattee gara qacha'aa deebitee waan guurte soddaatii ufiititti mudhifte; nyaata hamba'aa ka laaqana irraa hafe isi'ii kennite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ruuti garbuu san fudhattee gara qacha'aa dhuttee, woxoo hagam geettu akka qocatte haadha sodda'aa ta ifiititti mudhitte. Achiin duuba Ruuti nyaattee quutteertuun hambaa irraa hatte fuutee haadha sodda'aa ifiitiif kennite.