Ruth 2:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naomiini waan jetteeni, Eesaa waan kana ch'ufa guuratte? Atini fulla tami hojatte? Waaqi nama sii nahe sunii eebisinna! Jennaani Ruthiini waan had'aani jette, Anini arra oobru namicha toko, ka Boazi jed'ani, keesa hojad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soddaatiin isi'ii «Adha eessaa qaarmaa guurte? eessa hojjattelle'e? nama akka mishaa si simate kana Rabbi isa haa eebbisu!» jetteen. Ruuti «Maasaan ani qaarmaa keessaa guura'aa oole ka namicha Boo'eez jedhamuuti» jettee Nuhaamiinitti himte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati sodda'aa ta isi'ii, «Ati adha eessaa woxoo qocatte? Eessa hujatte? Nama siif yaade san Waaqi eebbisuu ti» jetteen. Maarre Ruuti, «Maqaan namicha ani adha fichaa isaa keessa hujadhee Bo'az» jettee haadha sodda'aa ta ifiititti hinte.