Ruth 2:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ruthiini, Ta gosa Moabu, waan jette, Suni male inni waan naani jed'e, Hojattu tiyya biraa imfagaatiini, haga mid'aani ch'ufa galaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ruutiin worra Moo'aabii ammo deebiftee «Haga isaan haamaa fixaniif worra midhaan haaman biraa hin hafin naan jedhe» isi'iin jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ruuti, «Inni ‹Haga midhaan kiyya mara haamamee fixamutti, hojjatoota tiyya biraa hin fagaatin› naan jedheera» jetteen.