Ruth 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini kaate worra mid'aani haamu gula deemte bua guuratte. Duuba ato imbeekhini oobra Boazi, ka fiit'a Elimelekitiini baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ruuti gara maasa'aa deemtee midhaan worra haamu harkaa harca'u uduu guurtu akka tasaa maasaa namicha dureessa beekkamaa Boo'eezii fira Abemelekii akka ta'e hubatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isiin dhaxxee, fichaa keessa worra midhaan haamu duubaan woxoo qocatte. Ada fichaan isiin woxoo qocattuun sunuu, fichaa Bo'azii worra Eliimelekiitiiyyu.