Ruth 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi sunii Boaziini Bethlehemu gad'ufe, worra mid'aani haamu nagaya fuud'e, AABBO Waaqi isani woliini jiraatinna jed'e, worrileeni, AABBO Waaqi ha si eebisu jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa diqqo'oon maayii Boo'eez Beeteliheemii gara maasa'aa dhufee worra haamaniin «Nagaa ooltanii Rabbi isin woliin haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaanillee «Rabbi sillee haa eebbisu!» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoosuma Bo'az Beeteelem irraa dhufee, worra midhaan haamuun, «Mootiin Waan Maraa isin woliin jiraatu» jedhee nageya fuudhe. Isaan deebisanee, «Mootiin Waan Maraa si eebbisu» jedhane.