Ruth 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi waan jed'e, Isiini intala Naomi woliini lafa Moabuti d'ufte taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan worra midhaan haamuullee akkana jedhee deebiseef «Isiin dargaggeettiin tun Nuhaamiiniin woliin ta biyya Moo'aabiitii dhufte ta gosa Moo'aabiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilichi itti gaafatamaan worra midhaan haamuu sun deebisee, «Isiin intala Naa'oom woliin biyya Mo'aabii irraa dhutte.