Ruth 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini haguma diirama hojachumaa jirti, ammatana diqo hafuura baafatte male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin worra haamu faanaa deema'aa harca'aa qixira'aa jiddu'uu qaarmaa guuru'uuf na gaafatte ganama irraa jalqabdee haga ammaa qaarmaa guura'aa turte; hennama diqqo'oofillee manatti galtee hara hin baafanne» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin, anaan ‹Maganne'ee, worra midhaan haamu duubaan odduu ladde'eetii woxoo qocadha› jette. Ganamaa jalqaddee haga ammaa woxoo qocataa turtee, amma gaaddisa jalatti diqqoo foora fudhatiisatti jirti» jedhe.