Ruth 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Boaziini waan Ruthiini jed'e, Intala, waan taatu, oobra d'ibi keesaa bua inguuratini, dubruma tiyya tana woliini hojad'a;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boo'eez Ruutiin akkana jedhe «Mucattii tiyya! na dhageettaa? hojjattoota tiyya ta intalaa ta as jiran tanniin faanaa deema'aa guuri malee gara maasaa biraa hin deemin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bo'az Ruutiin, «Intala tiyya, na dhage'i; dubartoota hojjattoota as jirtu gula woxoo qocadhu malee, fichaa kana lakkittee, fichaa dhibii keessaa woxoo qocatiisaaf hin dhaqin.