Ruth 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka worri hojatu ilaali, biraa indeemini, woliini hojad'a. Anini worra kiyya ka hujitiini, intala tana ingaargalchina ya jed'e. Yo d'eebotele, butte worraa keesa bisaani d'ugi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isaan dhaqanii haaman eega'aa isaan laala'aa isaan woliin taa'i; hojjattoonni kiyya ka dhiiraa akka si hin rakkifne isaan seereeraa; yoo dheebotte hulee isaan otte'een woraabanii kaayanii fudhata'aa dhugi» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fichaa isaan haamanu ilaan qabii, isaan faana deemi. Dargaggeeyyiin dhiiraa akka si hin nunnussine ani ajajeera. Yennaa dheebotte, okkotee isaanii keessaa dhaqii uni» jedheen.