Ruth 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, AABBO Waaqi si eebisinna, intala tiyya; jaalalti tunini ta qarale ira guddo, waan atini kaima, dureesafi hiyyeesale, gula indeeminiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boo'eezillee akkana isi'iin jedhe, «Mucattii tiyya! Rabbi si haa eebbisu; uduu barbaaddee dureessa yookaan hiyyeessa jettee dargaggeessa filattee faanaa deemuu hin dandeetta turte, ka duraa caalaa dhuma irratti waan mishaa gooteerta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Intala tiyya, Mootiin Waan Maraa si eebbisu; addatamummaan teetii ta ammaa tun ta dur haadha sodda'aa teetiif goote caalti; hiyyeessalle te'ee yookiin dureessa, ati dargaggeeyyii gula hin deenne.