Ruth 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma intala tiyya, insodaatini. Anini waan atini feetu ch'ufa sii tolcha; nami dira kana ch'ufti aka atini niiti dansa, ta adaba qabdu, imbeekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma mucattii tiyya hin sodaatin akka ati intala adaba qabdu taate baniin biyya kiyya keessa jiru maruu waan beekaniif waan ati naan jettu maraa hin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, intala tiyya, hin sodaatin; akka ati dubartii dansa'aa kolbaan tiyya duudiin waan beettuuf, waan ati na gaafatu mara siif hin godha.