Ruth 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba fulla miila isaa bulte, ammo diirama, ato lafti bolgoddu, hiribaa kaate; wonti akanatiifi Boaziini aka nami tokoleeni isi oobdi d'ufte bulte beekhu imfed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ruut haga lafti bariituuf luka isaa jala rafte; garuu inni akka dubartiin gara oobdii kanaa dhufte akka namni hin beenne waan barbaadee tureef dimimmisa sa'aatii namni wol hin arginetti biraa kaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isiin haga bariitutti miila isaa jala irkatte; ammoo gara eeddumme'ee akka isiin dhutte eennulle akka beeku, Bo'az waan hin barbaadiniif, Ruuti barii caararra'aan kaate.