Ruth 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani guddo namichi rifate garagale, nama uwa ka fulla miila isaa ch'iisu arge, mame waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan wodhakkaa hennaa ta'e hirribaa dammaqee yoo uf irra garagalu dimmaa intala luka isaa jala ciifteertu argee naye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan wodhakkaa Bo'az dedhuma dammaqee, garagalee, dubartiin takka, miila isaa jalaan irkatteertuun dhaggee baaseffate,