Ruth 4:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Suni male, Ruthi ta gosa Moabu, ta Maloniini iraa due, anini ya bitad'e, aka niiti naa taatu. Akanaani worri isaa hori argate, ammalle maqaani isaa dira kankankanafi worra inni keesati d'alate keesaa imbadu. Isani arra d'uga tiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma maqaan namicha du'ee obboleeyyan jiddu'utti biyya keessaallee akka hin banne maqaa namicha du'ee ristii irratti akka waamamu, haadha manaa Mahaaloonii intala biyya Moo'aabii Ruutiin akka haadha manaa naa taatu akka adha fuudhe isin naa raga'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karra isaa irratti maqaa namicha du'ee badii dhooggiisaaf, biyya itti dhalatee fi kolbaa isaa keessaa maqaan isaa akka hin banne, Ruutii biyya Mo'aabii ta Maahiloon irraa du'e, akka niitii naa teetu, ani fuudheera. Tana duudi'iif isin adha dhugaa tiyya» jedhe.