Ruth 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani tante, ta AABBO Waaqi intala tanaa kenne, isiini si d'altu, worra kanke aka worra Perezi, ilma Yudafi Tamari, ha tolchitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi fiixaa intala dargaggeettii tana irraa sii kennuun si haa eebbisu; maatii keellee akka maatii Faaresii, Yihuuda'aa fi Timaariin irraa dhalatee sii haa godhu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Mootiin Waan Maraa karaa intala tanaatiin sii kennuun, maatiin teeti akka maatii Faaresii, ka Taamaar Yihuda'aaf deettee teetu» jedhane.