Ruth 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni waan Naomiini jette, Maqaani AABBO Waaqa ha guddatu, ka inni si qaabate akko sii kenne. Inni Israeli keesa jabaate ha gurra baafatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni Nuhaamiiniin, «Rabbiin nama intala ilma keetii dhaalu ka si hin dhabsiifne haa eebbifamu! maqaan isaa Israa'eliin keessatti haa waamamu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dubartooti qachaa Beeteelemii, Naa'oomiin, «Ka akkoo si kunuunsu adha sii kenne, guddinni Mootii Waan Maraatiif te'u. Israa'el keessatti maqaan muca'aalle ka beekkame te'u!