Ruth 4:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Boaziini jaarole kud'ani ta dira suni yaame waan jed'eeni, Koota me, arma tataa. Tatani jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Boo'eez jaarsota qachatti'ii keessaa namoota kudhanii waamee «As taa'aa'a» isaaniin jedhe; isaanillee hin taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bo'az jaarsolee qacha'aa nama kudhan fudhatee, «As tee'a'a» jedheen. Yennaa isaan tee'ane,