Ruth 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
namicha isaa miilo aanti kaaniini waan jed'e, Naomiini, ta lafa Moabuti galte, oobru namicha gosa teenna, ka Elimeleki jed'ani, gurguru feeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boo'eez namicha fira ufii ka fooniitiin Nuhaamiin biyya Moo'aabiitii deebite lafa obboleessa keenna Abemelekii dhaalchisu'uuf taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni namicha fira aanti'iitiin, «Naa'oom, ta biyya Mo'aabiitii deebite, lafa qooda Eliimelekii fira keennaa gurguratiisaaf barbaaddi.