Ruth 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Boaziini waan jed'e, Ha taatu, ammo guyya atini oobru suni Naomi iraa bittu, atini Ruthile, ta gosa Moabu, ta d'iirsa inqamne, imbitatta, beekhi, aka maqa isaa badi d'owartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii Boo'eez «lafa Nuhaamiiniitii fi intala biyya Moo'aabii irraa guyyaa gatii kennitee oolfattu maqaa namicha du'ee waamsisu'uuf mana isaallee wolumaan fudhatta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bo'az, «Guyyaa lafa Naa'oom irraa bitattu, maqaa namicha du'ee badii dhooggiisaaf, Ruutii Mo'aabittii, haadha hiyyeessaalle hin dhaalta» jedheen.