Ruth 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi miilo isaa kaani waan jed'e, Anini dandae imbitu, yo isiini akana taate, ta ilmaani tiyya hegeri ind'aalle. Fulla tiyya atumaani bitad'u, ya sii eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi fira foonii kun ammo yoo akkana ta'e, qabeenni kiyya waan baduuf ani hin oolfadhu atummaan oolfadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi fira aanti'ii, «Yoo akkas teete, ijoolleen tiyya waan hin dhaalleef ani hin bitadhu; ani waan hin bitanneef, haqa kiyya fudhadhuutii atummaan bitadhu» jedhe.