Ruth 4:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Boaziini waan jaaroleefi nama ch'ufa ka arti jiruuni jed'e, Isani arra d'uga tiyya, aka anini Naomi iraa waan Elimelekitiifi ammalle waan Kilionitiifi ka Maloni, ka harka Naomi jiru, ch'ufa bitad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boo'eezillee jaarsotaa fi banii maraan «Abemelek, Kelewoonii fi Mahaaloon waan qaban maraa Nuhaamiiniin irraa gatii kennee oolfachuu kiyyaaf adha isin naa raga'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bo'az jaarsole'ee fi kolbaa achi jirtu maraan, «Waan Eliimelekii, waan ilmaan isaa Kiliyoonii fi Maahiloon qabanulle maraayyuu, adha ani Naa'oom irraa akka bitadhe isin dhugaa tiyya.