Song of Solomon 1:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bad'aasoni kiyya hojja harma kiyya gubba ch'iisu aka qayya nati urgaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloon kiyya hennaa harma kiyya lamaan jidduu ciisu urgaan isaa akka urgaa bookaatitti natti urgaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalleen kiyya akka subba qumbi'ii ti; inni odduu harma kiyyaa boqata.