Song of Solomon 2:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bad'aasoni kiyya kiyyuma, anileeni tauma isaati. Inni ree ufi liike keesa tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni jaalalloo kiyya; anillee ta isaati; horii ufii abaaboo keessatti bobbaafata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalleen kiyya, kiyyuma; anille ta isaa ti; inni daraaraa dansaa keessa horii tissa.