Song of Solomon 2:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga qilleensi bari d'ae dukanti badde lafti bariituti, bad'aaso kiyya, nati gadi deebii, aka hiddi yokhaani aka korma gugufto, ka gaara Betheri ira deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloo kiyya! uduu lafti hin bariine uduu qilleensi bariisa'aa hin kaane akka ilmoo borofaa yookaan akka ilmoo gadamsaa gaara irra utaala'aa koottu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee jaalallee kiyya! Adoo boruun hin dayya'in, aduun adoo hin bayin, akka jiliba'aa yookiin akka ilmoolee gadansaa, gaara bu'aa bayii qabu irra utaalaa gara kiyya koy.