Song of Solomon 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bad'aasoni kiyya yo d'iira d'ibiini wolbira qabani akuma mukha mapeera ka badda ke jiru jira. Anini gaadisa isaa jala boqochu fed'a. Mid'aani isaaleeni nati miyaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloon kiyya hennaa dargaggeeyyi'iin wol bira qabamu akka muka hurbu'uu ka daraaraa isaa nyaataniiti; anillee jaaladhee gaaddisa isaa jala taa'ee hara baafadhe; daraaraa isaa nyaadhee natti mi'aaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalleen kiyya dargaggoota oddu'utti, akka muka appili'ii ka baddaa keessa jiruu ti. Ani gaaddisa isaa jala tee'iisatti hin gammada; midhaan isaalle afaan kiyyatti hin mi'owa.