Song of Solomon 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana isaa ka jilatini na d'ufe jaalala isaa aka bandera nara d'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara mana nyaataa na seensise; kaayoon inni na irraa qabu jaalala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara mana gammadaa na geesse; beessisi jaalala isaa na irra jira.