Song of Solomon 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani zabibutini irre nati deebisi, mapeerani na quubsi! Jaalalti te ya na laafifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan guddisee isa jaaladhee dhibameeruuf daraaraa woyini'ii na nyaachisaa'a; muka hurbu'uu ka daraaraa isaa nyaataniinillee na gammachiisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jaalala isaatiin qabame waan gaggabeef, midhaan woyni'ii nyaachisa'aatii na jabeessa'a; midhaan muka appili'iitiin na gammachiisa'a.