Song of Solomon 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka bitaachani mataa na saabe mirgichani na hoonse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka ufii ka bita'aa na boraasisa; harka mirgaatiin garuu na ammata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki isaa bitaachi mataa kiyya jala adoo jiraataa; harki isaa middichi adoo na hanqafataa.