Song of Solomon 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni Yerusalemu, hiddifi guguftoni nati kakhad'a aka isani jaalala teenna keesa imbuune.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin babbareeddan Yerusaalemii! jaalalloo kiyya ka akka borofaatii fi ka akka gadamsa muka keessaa, haga inni ufumaa ka'utti tuxxanii isa hin dammassinaa'a. Faaruu Lammeesso'oo
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee dubartoota Yerusaalemii, haga inni fedhuma ifiitiin ka'utti, jaalallee kiyya tirtirsitanee akka hin dammassine, ani maqaa jilibaa yookiin gadansa badda'aatiin, isin magannifadha.